Fana: At a Speed of Life!

Xaaliyaaniin hariiroo hunda galeessa Ityoophiyaa waliin qabdu guddisuuf murannoo qabaachuu ibsite

Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii Agostiinoo Paaleesee waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin Ityoophiyaa fi Xaaliyaaniin hariiroo waloo fi damee hundaa waliin qaban dhimmoota cimsuuf dandeessisanirratti mari’ataniiru.

Ityoophiyaan nagaa fi tasgabbii naannichaaf biyya murteessituu ta’uu ishee Ambaasaaddar Agostiinoon ibsaniiru.

Mootummaan Xaaliyaanii hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu caalmaatti guddisuuf murznnoo qabaachuu mirkaneessuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.