Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech Abeebeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Israa’el waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Israa’el Allallinyi Admaasuu waliin mari’ataniiru.

Mariisaaniin, hariiroo magaalota obboleewwaniifi waljijjiirraa aadaarratti mari’achuu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin eeraniiru.

Kana malees qonna magaalaafi dameelee tumsaa garaagaraarratti haala waliin hojjechuu danda’anirratti mari’achuu kaasaniiru.

Hariiroo seena-qabeessa Ityoophiyaan Israa’el waliin qabdu cimsuuf tumsaan ni hojjenna jedhaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.