Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa Magalaa Magaalaa Roobeetti gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Hiriirri deeggarsaa injifannoofi milkaa’ina jijjiiramaan argame itti fufsiisuu kaayyeffate jiraattota Magaalaa Roobeen gaggeeffameera.

Injifannoo wareegama qeerroo, qarreefi hooggansa jijjiiramaatiin arganne tokkummaadhaan ni tikfanna jedhaniiru hirmaattoonni hiriiricha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.