Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa Muummee Ministeeraa Dr Abiy Ahimad Godina Qellem Wallaggaatti gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Hiriirri deeggarsaa Muummee Ministeeraa Dr Abiy Ahimad Godina Qellem Wallaggaatti gaggeeffamaa jira.

Hiriirri deeggarsa Muummee Ministeeraa Dr Abiy Ahimad fi bu’aalee jijjiiramaa hooggansa isaaniin galmaa’an itti fufsiisuuf jirattootaa aanaalee godinichaatiin gaggeeffameera.

Jiraattoonni hiriiricharratti hirmaatanis Bitootessa 24 booda jijjiiramni gama siyaasaa, dinagdee fi hawaasummaan argame akka qaroo keenyaatti ni eegganna, fuulduraattis mootummaa cina dhaabbachuun nageenya fi misooma biyyattiif tumsa nurraa eegamu ni bahanna jechuun ibsuu ragaan kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.