Fana: At a Speed of Life!

Bitootessi 24 yaadama sirna humnaa fi shiraan jijjiiruu seenaa taasiseedha-Jiraattota Godina Shawaa Lixaa

Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- “Bitootessi 24 yaadama sirna humnaafi shiraan jijjiiruu seenaa taasisedha jedhan jiraattonni Godina Shawaa Lixaa.
 
Jiraattonni Godina Shawaa Lixaa fi Magaalaa Amboo Bitootessi 24 yaadama sirna humnaafi shiraan jijjiiruu seenaa taasisedha jechuun hiriira deeggarsaa gaggeessaniiru.
 
Hiriiricharratti, injifannoo fi milkaa’ina jijjiiramaan booda argame itti fufsiisuuf mootummaa jijjiiramaa biyyattii hoogganaa jiru ni tumsina jedhaniiru.
 
Hiriira kana irratti jiraattonnni magaalaa Amboo fi aanaalee Godina Shawaa Lixaa hirmaachuu ragaan kominikeeshinii Oromiyaa irra argame ni mul’isa.
 
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
 
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
 
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.