Fana: At a Speed of Life!

Godina Harargee Lixaattii hiriirri deeggarsaa injifannoowwan jijjiiramaan argamanii gaggeeffamaa Jira

Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Godina Harargee Lixaatti hiriirri deeggarsaa injifannoowwan jijjiiramaan argamanii fi milkaa’ina argame itti fufsiisuu gaggeeffamaa jira.

Jiraattonni godinichaa hiriricharratti hirmaatan dhaadannoowwan garaagaraa dhageessisuun, bu’aalee jijjiiramichaan argamanii fi injifannowwan jiran itti fufsiisuuf kutannoo qaban calaqqisiisaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.