Fana: At a Speed of Life!

Magaalota Bishooftuu fi Mojootti Hirirri deeggarsa injifannoo jijjiiramaan argamee gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Magaalaa Bishooftuu Fi Magaalaa Mojootti hirirri deeggarsa injifannoo jijjiiramaan argamee itti fufsiisuu gaggeeffamaa jira.

Hiriiricharratti injifannoo Bitootessa 24, 2010 as galmaa’anii fi milkaa’inaa jiru itti fufsiisuuf deeggarsaa taasisuuf dhaadannoowwan garaagaraa jiraattotaa magaalotaa kanneenniin calaqqisiifamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.