Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Dassitaan durfamu misooma Abaaboo Aanaa naannawwa magaalaa Hawaasaa daawwate

Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu misooma Abaaboo Aanaa naannawwa magaalaa Hawaasaa daawwateera.

Rakkoo sharafa alaa biyya mudate furuuf sochiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru.

Lafa xiqqoorraa oomisha hedduu argachuun akka danda’amu dhaabbatichi agarsiiftuu ta’uu Obbo Dassitaan ibsaniiru.

Dhaabbatichi namoota hedduuf carraa hojii uumuu fi Yuuroo miiliyoona 400 argachuu ragaan Waajjira Seekreetaariyaat Pireesii naannichaarraa argame ni mul ‘isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.