Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq, Uhuuruu Keeniyaattaa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa waliin mari’atan.

Turtii masaraa biyyoolessaa mootummaa Keeniyaatti gaggeeffameen hariiroo waloo Ityoophiyaa fi Keeniyaa cimsuurratti mari’ataniiru.

Nageenyaa fi tasgabbii, weerara awwaannisaa ittisuu, waliin jireenya ummataa naannoo daangaa cimsuurrattis mari’ataniiru.

Mariin laga Naayil fala marii Afrikaanummaan akka goolabamuu qabus ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.