Fana: At a Speed of Life!

Abune Aragaawwii dadhabbii addunyaa kanaarraa boqotan

Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Dooktar Abune Aragaawwii, Itti Gaafatamaan Waajjira Paatiriyaarkii fi Qajeelcha Hariiroo Alaa, Phaaphaasiin Kutaa Lallabaa Jibuutii, dadhabbii addunyaa kanaarraa boqotaniiru.

Abune Aragaawwiin yeroo dheeraaf biyyaa keessaa fi alatti wal’aansi taasifamaafii turuu ragaan Tajaajilaa Miidiyaa Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Ityoophyaarraa argame ni mul’isa.

Abunaa Aragaawwiin Adoolessa 9, 2009 Paatiriyaarkii Mana Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa Abuna Maatiyaasiin phaaphasota 14’n muudaman keessaa tokko turan.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuuk:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.