Fana: At a Speed of Life!

Wixinee labsii barnoota waliigalaarratti mariin taasifame

Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Wixinee labsii barnoota waliigalaarratti mariin taasifamaa jira.

Waltajjichi Ministeera Barnootatiin magaalaa Adaamaatti taa’amaa jira.

Waltajjicha kan banan ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaati.

Wixinee labsii dhiyaaterrattis hirmaattotaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii taasisaa jiru.

Waltajjicharrattis hoggantoota olaanoo Ministeera Barnootaa fi ogeessota, itti gafatamtootaa fi itti aantoota biiroo barnootaa naannoo fi ogeessota, itti gaafatamtoota, barsiisota koolleejji fi qamoolee dhimmi ilaallatu biroon irratti hirmaataa jiru.

Yeroo itti aanuttis qaamolee dhimmi ilaallatu biroo waliin mariin kan taasifamu ta’uun eerameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.