Ambaasaaddar Misgaanuun Ministira Alaa Kuwaataar waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ministir Deetaa Ministeera Alaa Kuwaataar Sulxaan Biin Saa’udii Al Muraakhi waliin mari’ataniiru.
Dhimmoot naannawaa fi waloorratti mari’achuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
Mariin kun yaa’ii 5ffaa biyyoota guddataa jiraanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii cinaatti gaggeeffamuu eerameera.
#Oromiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dab’u kanneen beealataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.