Fana: At a Speed of Life!

Ummanni Noorweey Yuuniiseef waliin ta’uun daa’immaan hongeen miidhamaniif deeggarsa yeroo ariifachiisaa Toonii 10 taasisuufi

Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Ummanni Noorweey Dhaabbata Deeggarsa Daa’immaanii Idil Addunyaa waliin ta’uun Ityoophiyaatti daa’immaan hongeen miidhamaniif deeggarsa yeroo ariifachiisaa Toonii 10 taasisuuf ta’uu ibsameera.

Xiyyaarri Gargaarsaa Noorweey deeggarsa Toonii 10 fe’uun Deenmaarkii ka’uu eerameera.

Yeroo ammaa Ityoophiyaatti daa’immaan miiliyoona 20 caalan deeggarsa yeroo ariifachiisaa kan barbaadan ta ‘uu eerameera.

#Oromiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dab’u kanneen beealataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.