Tumsii fi Invastimantiin biyyoota Guddinarra jiraniif murteessadha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) – Tumsii fi Invastimantiin biyyoota Guddinarra jiraniif murteessaa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Dhiibbaa idaan biyyootarran ga’u kanneen beekanii fi caasaa idaa hir’isuu saffisaan beeksisuun ba’aa jiru salphisuuf murannoon tumsitootaa barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yaa’ii biyyoota guddataa jiranii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii gaggeeffamurratti hirmaachuuf Kuwaataar Dohaa galuun isaanii kan yaadatamudha.
#Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dab’u kanneen beealataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.