Fana: At a Speed of Life!

Har’a ifoomuuf kan ture kaartaan filannoo naannolee Bitootessa 5,2012tti darbeera

Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Har’a ifoomuuf kan ture kaartaan filannoo naannolee Bitootessa 5,2012tti darbeera.

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa guyyaa kaartaa filannoo naannolee itti ifoomsu har’a Bitootessa 1, 2012 irraa gara Bitootessa 5,2012tti darbuu beeksise.

Boordiin filanichaa qophiin kaartaa filannoo naannolee kan xumurame ta’ullee adeemsa raawwachuu qabu ilaalchisuun qaamoleen dhimmi ilaallatu bakka argamanitti ta’uu waan qabuu fi dhimmicharratti ogeessonni ibsa laachuu waan qabaniif guyyaan isaa jijjiiramuu beeksiseera.

Bu’uuruma kanaan kaartaan filannoo naannolee Bitootessa 5,2012 bakka qaamooleen dhimmi isaan ilaallatu argamanitti kan ifoomu ta’uu boordichi beeksiseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.