Fana: At a Speed of Life!

Kutannoo, Obsaafi Seerota biyyaalessaa kabajuuniifi tattaaffii waloo itti dabaluun biyya hiyyummaarraa walaba taate uumuu ni dandeenya- MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Kutannoo, Obsaafi Seerota biyyaalessaa kabajuuniifi tattaaffii waloo keenyaa itti dabaluun biyya hiyyummaarraa walaba taate uumuu ni dandeenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Guyyaa har’aa Sosochii seera taaksiifi gibiraaf bitamuu biyyaalessaa wayita eegalchiisnu kaffaltoota gibiraa dirqama biyyaalessaa ba’achaa turan hundaaf galatatu mala jedhaniiru.

# Ityoophiyaa #Adwaa #Injifannoo

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.