Fana: At a Speed of Life!

Gareen Invastimantii Miidrook lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 40 taasise

Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Gareen Invastimantii Miidrook lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 40 taasisuu ibsame.

Hojii raawwachiisaa olaanaan Garee Invastimantii Miidrook gama Bulchiinsa Magaalaa Finfinneen deeggarsa Birrii miiliyoona 10 akkasumas gama Hawaasa Daldalaa Oromiyaa Birrii miiliyoona 30 waliigala deeggarsa Birrii miiliyoona 40 taasisuu eerameera.

Dhaabbatichi kanaan dura lammiilee godina Booranaafi Gujii rakkoo walfakkaataan miidhamaniif deeggarsa daakuufi nyaata beelladaa taasisuu ragaan dhaabbaticharraa argame ni mul’isa.

# Ityoophiyaa #Adwaa #Injifannoo

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.