Fana: At a Speed of Life!

Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Injifannoon Adwaa seenaa walqixxummaa fi qabsoo bilisummàa dhala namaa sadarkaa Addunyaa kan jijjiire ta’uu Hayyuun seenaa Gargaaraan Piroofeesaraa Adam Kamiil dubbataniiru.

Waraanni Adwaa biyyoota Afrikaa gita bittaa jila jiran maraaf boqonnàa bilisummaa haaraa kan bane ta’uu Adam Kamiil turtii Faanàa Biroodkaastiing Korporeet waliin taasisaniin ibsaniiru.

Hawaasa jireenya boodatti hafaa keessa ture walitti fiduun kan tokkummeesse ta’uu eeraniiiru.

Ilaalcha Afrikaanoota hundaa kan jijjiire ta’uu kaasaniiru.

Injifannoon Adwaa Ityoophiyaanoota qofaaf osoo hin taane Afrikanoota bilisummaa barbaadaan hunda kan boonse ta’uu ibsaniiru.

Yoonaatan Yooseeftu gabaase.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.