Fana: At a Speed of Life!

Injifannoon Adwaa kutaalee raayyaa Ittisaa garaagaraatti kabajame

Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Injifannoon Adwaa waggaa 127ffaan kutaalee raayyaa Ittisaa garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajameera.

Dhaloonni ammaa seenaa guutummaa abbootii dhaloota dhufuuf dabarsuu akka qabu marii gaggeeffameen ibsamuu ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

Ayyaanichi ajaja Bahaa fi Kibbaatti akkasumas, koollejjii Injinariingii hoggansa Raayyaa Ittisaa fi iddoolee birootti kabamuu ibsameera.

Injifannoon Adwaa Waggaa 127ffaan kun mata duree ‘Tokkummaa, Guutummaa fi Jabina’ jedhuun kabajamaa jira.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.