Fana: At a Speed of Life!

Naannoleen Oromiyaa fi Amaaraa waliin hojjeechuuf marii gaggeessuun ibsame

Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi Amaaraa waliin hojjechuuf marii gaggeessuu isaanii ibsameera.

Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa fi Hogganaan Biiroo Koominikeeshinii Naannoo Amaaraa Obbo Gizaachoo Muluuneen ibsa waloo laataniiru.

Hoggantonni naannolee lameenii walga’ii waloo gaggeessuun eerameera.

Walga’ii kanaan dhimmoota bulchinsaa gaarii ,misoomaa fi dhimmoota biroorratti waliin hojjechuuf waligaluu isaanii ibsameera.

Leykuun Alamtu gabaase.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.