Komishinar Laliseen Daayrektara Ejensii Babal’isa Invastimantii Ministira Daldalaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015 (FBC)- Komishinarri Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Daayrektara Ejensii babal’isa Invastimantii Ministiraa Daldalaa Chaayinaa Liyuu Diyaankizan waliin mari’atan.
Marii isaaniin walta’iinsa dhaabbilee lameenii, tumsa invastimantii fi invastimantii babal’isuun cimsuuf waliigaluu miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Jilli aanga’oota mootummaa Ministira Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen durfamu daawwwannaa hojiif dheengadda Chaayinaa galuun isaanii ni yaadatama.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.