Magaalaa Finfinneetti barattootaafi manneen barnootaa qormaata kutaa 12ffaan bu’aa olaanaa galmeessisaniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti barattootaafi manneen barnootaa bara barnootaa 2014’tti qormaata kutaa 12ffaan bu’aa olaanaa galmeessisaniif beekamtiin kennamuu ibsame.
Beekamtichi barattoota, manneen barnootaafi kutaalee magaalaaf kennamuu ragaan Biiroo Barnootaa Magaalichaarraa argame ni mul’isa.
#Finfinnee
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.