Hanqina walqixxummaa Koorniyaa hir’isuuf dubartootarratti xiyyeeffannaan hojjetamuu qaba-Giiftii Duree
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Hanqina walqixxummaa Koorniyaa hir’isuuf dubartootarratti xiyyeeffannaan hojjetamuu akka qabu Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon dubbatan.
Walga’iin Idilee Waliigalaa Giiftiiwwan Duree Afrikaa 27ffaan gaggeeffamaa jira.
Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon walga’iicharratti haasawaa taasisaniin, hanqina walqixxummaa Koorniyaarratti mul’atu hir’isuuf dubartootarratti xiyyeeffannaan hojjetamuu akka qabu himaniiru.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.