Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Daayrektera Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Daayrektera Olaanaa Dhaabbata Qonnaa fi Nyaataa Addunyaa Kiiyuu Doongiyuu waliin mari’ataniiru.

Ityoophiyaan Oomishaa fi Oomishtummaa Qonnaa guddisaa jiraachuu Addunyaa hubachaa jiraa jechuu isaanii Ragaan Wajjiiraa Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.