Fana: At a Speed of Life!

Balaa ibbiddaa kutaa magaalaa Lammii Kuraatti mudateen qabeenyarra miidhaan gahe

Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Balaan ibbiddaa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraa aanaa 8 Yuunivarsiitii Siiviil Sarfisii fuulduratti guyyaa keessaa naannoo sa’atii 8:00tti mudate manneen daldalaa 8 barbadeessuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Ibiddaa magaalichaa beeksise.

Ogeessi Quunnamtii Uummataa komishinichaa Nigaatuu Maammoon, balichi to’atamuu Faanaa Biroodkaastiing Koorporeetitti himaniiru.

Balichaan hangi qabeenyi barbadaa’eefi ka’umsi isaa qoratamaa jiraachuu ibsaniiru.

Balichaan miidhaan namarra gahe kan hin jirre ta’uu mirkaneessaniiru.

Yohaannis Darribawutu gabaase.

#Ityoophiyaa #Finfinnee

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.