Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni aanaa Gimbichuu lammiilee waggaa 1 dura balaa xiyyaaraan lubbuun isaani darbeef yaadannoo waggaa taasisaan

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) – Jiraattoonni aanaa Gimbichuu lammiilee waggaa 1 dura balaa xiyyaaraan lubbuun isaani darbeef yaadannoo waggaa taasisaan.

 

Balaan xiyyaaraa kun lubbuu namoota 157 galaafate ture.

 

Xiyyaarri qabeenya Ityoophiyaa Booying 373 maaks 8 jedhamu lammiilee biyyoota 35 lubbuu namoota 157 baduu danda’eera.

 

Akka Dhaabbanni Preesi Ityoophiyaa gabaseetti waggaa 1ffaa balaa kanaa yaadachuuf har’a naannawa Bishooftuu, ganda Gaara Hamaatti qophiilee garagaraatiin yaadatamaa jira.

 

Sagantaan yaadannoo kunis eebba abbootii Gadaa fi amantii eegalame.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.