Fana: At a Speed of Life!

MMBBUfi dhaabbileen itti waamamoon naannoo Somaaleetti manneen namoota harka qalleeyyiif ijaarsisan dabarsanii kennan

Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataafi dhaabbileen itti waamamoon mootummaa naannoo Somaalee waliin ta’uun magaalaa Jigjigaatti manneen namoota harka qalleeyyiif ijaarsisan dabarsanii kennan.

Manneen namoota harka qaleeyyiif dabarfamanii kennaman 31 ta’uu eerameera.

Saganticharratti Afyaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoo, Ittaantuu Afyaa’ii mana Marichaa Aadde Loomii Badhoo, Pireezidaantii naannichaa obbo Musxafee Mahaammad fi hoggantoonni naannichaa olaanoon biroon argamuu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.