Lammiileen kuma 1 fi 171 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa kuma 1 fi 171 Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessaa turan Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa kumni 1 fi 55 dhiiroota yoo ta’an, 33 dubartootaa fi 83 da’immanii fi guddatoota umriin isaanii 18 gadii ta’uun eerameera.
Sadaasa 12, 2015 hanga Amajjii 8, 2015’tti laammiileen kuma 30 fi 65 gara biyyaatti deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartoota fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.