Af-yaa’onni Manneen Maree naannolee Hidha Haaromsaa Ityoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Af-yaa’onni Manneen Maree naannolee Hidha Guddicha Haaromsaa Ityoophiyaa daawwatan.
Daawwanicharratti Af-yaa’ota manneen mare naannolee hundaa dabalatee hoggantoonno mootummaa olaanoon argamuu ragaan kominikeeshinii naannoo Beenishaangul Gumuzirraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.