Fana: At a Speed of Life!

Paarkiin Indaastirii Qonna qindaa’aa Bulbulaa Birrii biiliyoona 5’n  ijaarame hojii eegaluu ibsame

Amajjii 3, 2015(FBC)- Paarkiin Indaastirii Qonna qindaa’aa Bulbulaa fi Giddugalli Cehumsa Baadiyyaa Birrii biiliyoona 5’n  ijaarame hojii eegaluun ibsameera.

Sirnicharratti  hojii raawwchistuu misooma paarkiwwaan indaastirii Oromiyaa Sanaayit Mabree dabalatee hoggantoonni olanoon mootummaa birooniifi Abbootiin qabeenyaa argamaniiru.

Dajanuu Gonfaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.