Fana: At a Speed of Life!

Biirichi rakkoo bishaan dhugaatii furuuf dhaabbilee garaagaraa waliin hojjechaa jiraachuu ibse

Amajjii 3, 2015(FBC)-Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa rakkoo bishaan dhugaatii furuuf dhaabbilee garaagaraa waliin hojjechaa jiraachuu ibseera.

Biirichi ijaarsa piroojektoota bishaanii godinaalee Oromiyaa  7 keessatti  ijaaramaniif  dhaabbilee garaagaraa waliin waliigaltee Birrii miiliyoona 600 fi miiliyoona 50 mallatteessuu ibsame.

Waligalticha Hoggantuun Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa, Injinar Miiliyoon Baqqalaa fi hojii gageessitoonni dhaabbilee kanneenii mallatteessuu OBN gabaaseera.

Piroojektoonni kunneenis baatii 1hanga baatii 3 keessatti kan xumuraman ta’uus himameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.