Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaafi Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Giddugala To’annoo Dhibeewwanii Afrikaa eebbisiisan

Amajjii 3, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Chiin Gaangiifi Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Maahimat Giddugala To’annoo Dhibeewwanii Afrikaa eebbisiisan.

Hojiilee ijaarsa giddugalichaa hafan saffisaan xumuruuf qindoominaan hojjetamaa jiraachuu ibsameera.

Wandiwasn Araggaanyitu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.