Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin Marii ‘Addis Wag’ mata duree” Uummanni Keenya Humna Keenya” jedhuun gaggeeffamaa jira

Amajjii 3, 2015(FBC)- Waltajjiin Marii ‘Addis Wag’ bara 2015 mata duree” Uummanni Keenya Humna Keenya” jedhuun Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira.

Ministirri Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan, Ogeessi Qorannoo Uummataa Piroofeesar Nigaatuu Gadaafi Dooktar Yashiixilaa Wandimmeenahi yaadota marii warreen dhiyeessan ta’uu ragaan waajjiricharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.