Fana: At a Speed of Life!

Obbo Abbee Saannoo preezdaantii Baankii Daldalaa Ityoophiyaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Obbo Abbee Saannoo preezdaantii Baankii Daldalaa Ityoophiyaa ta’uun muudaman.
 
Obbo Abbeen Pirezdaantii baankichaa duraanii Obbo Baacaa Giinaatiin bakka bu’uun har’a muudamaniiru.
 
Guyyaa har’aa preezdaanti duraanii obbo Baacaa Giinaa fi miseensoota hoggansaa biroo waliin wal harkaa fuudhinsa hojii taasisaniiru.
 
Obbo Abbeen waggoota dheeradhaaf preezdaantii Baankii Intarnaashinaalii Oromiyaa ta’uun tajaajilaa turuun isaanii ni yaadatama.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.