Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti Qamadiin Jallisii Boneen lafa hektaara miiliyoona 1 ol irratti misoome – Pireezidaanti Shimallis

Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qamadiin Jallisii Boneen lafa hektaara miiliyoona 1 ol irratti misoomuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisan ibsan.

Pireezidaanti Shimallis ergaa fuula Tiwitariin isaaniin dabarsaniin, qonnaan bultoota, ogeeyyii qonnaa fi hoggansa sadarkaan jiran galateeffataniiru.

Hojiin boonsaan hojjetame kun seenaan kan yaadatamu ta’a jedhan.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.