Fana: At a Speed of Life!

Torbeen baazaarii fi agrsiisa ogummaa fi teeknikaa magaalaa Finfinnee 10ffaan baname

Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Torbeen baazaarii fi agrsiisa ogummaa fi teeknikaa magaalaa Finfinnee 10ffaan baname.
 
Torbeen baazaarii fi agrsiisa ogummaa fi teeknikaa kun Giddugala Egzibiishinii Finfinneetti banameera.
 
Sirna baniinsaarrattis sadarkaa itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinneetti qindeessaan dhaabbilee mootummaa tajaajila laatanii Injiinar Indaawwaq Abbixee, daayreektarri olaanaan Eejansii Barnoota Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa obbo Nigaatuu Daanyaachaw dabalatee hoggansi biroon argamaniiru.
 
Waltajjicharratti oomishaaleen teeknooloojii 500 ol ta’an guyyootii shaniif kan itti dhiyaatan ta’a.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.