Baankichi dameewwan isaa 28 Magaalaa Maqaleetti argaman hojii eegaluu ibse
Mudde 24, 2015(FBC)- Baankiin Wagaagan dameewwan isaa 28 Magaalaa Maqaleetti argaman guyyaa har’a hojii eegaluu ibseera.
Waliigaltee nageenyaa hordofee dameewwan isaa magaalaa Maqaleetti argaman 28 irraa deebiin hojii eegaluuDaayrektarri Maarkeetiingiifi Korporeetii baankichaa obbo Afawarq Gabratsaadiq Faanaa Broodkaasting Korporeettitti himaniiru.
Bifuma walfakkaatuun dameewwan baankichaa distiriiktii Shireetti jalatti argaman 17n kanaan duraa hojii eegaluu yaadachiisaniiru.
Malaakuu Gadiftu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.