Kookeeniin dhoksaan gara Humaraa imalaa ture to’atame
Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) – Qorichi sammuu namaa adoochu Kookeenii jedhame bifa Kiniinii fi daakuun qophaa’ee geejjiba ummataan Finfinnee gara Humaraa imalaa ture 108 to’atameera.
Qorichi kun shaqaxaalee keessa dhokfamuun wayita imalaa ture to’atamuu ibsameera.
Hordoffii Tajaajjilli Odeeffannoo Biyyaalessaa taasiisaa tureen qorichi seeraan ala socho’aa ture kun magaalaa Bahirdaaritti namoota daddabarsaa turan waliin to’atamuu ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.