Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanachi Piroojektoota garaagaaraa hojjetamaa jiran daawwatan

Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen Piroojektoota garaagaaraa hojjetamaa jiran daawwataniiru.

Aadde Adaanach, Piroojektoota dhimmoota diinagdee fi hawaasummaaf oolaan magaalichaatti hojjetamaa jiran naanna’uun daawwataniiru.

Hospitaala Kolfee Mandiidaa, Hospitaala Laaftoo, giddu gala gabaa Kolfee fi Laaftootti ijaarramaa jiru, giddu gala Qonnaan bultoota misoomaaf kaafaman dhaabuuf hojjetamaa jiruu fi Kilaasteera Indaastirii daawwataniiru.

Piroojektoonni kunneen waliigala baasii Birrii biiliyiona 10 hojjetamaa jiraachuu ragaan Waajjira kantibaa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.