Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Oromiyaa 28ffaan Amajjii 2, 2015 eegalee ni gaggeeffama

Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisaa Aadaa Oromiyaa 28ffaan Amajjii 2,2015 eegalee Shawaa Kibba Lixaatti ni gaggeeffama jedhame.

Dorgomichaa fi Feestivaalicha sirna ho’aan gaggeessuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu ibsameera.

Qophicha ilaalchisee qooda fudhattoota waliin mariin taasiifameera.
Milkaa’ina shaampiyoonichaaf qaamni hundi tumsa barbaachisu taasiisuu akka qaba Itti aanaa Bulchaan Godina Shawaa Kibba Lixaa Obbo Guutaa Gadaan waamicha dhiyeessuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.