Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa jimaatarraa eegaluun hanga  balallii gara Maqaleetti taasisu guddisuu ibse

Finfinnee, Mudde 19, 2015(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa jimaata dhufurraa eegaluun guyyaatti hanga  balallii gara Maqaleetti taasisu  guddisuu ibse.

Daandiin qilleensichaa balallii gara Maqaleetti taasisu gara lamaatti guddisuu ibsuun, fedhii imaltootaa hubannoo keessa galchuun hanga balallii guyyaa kan dabalu ta’uu beeksiseera.

Maamiltoonni isaa bakkuma jiranitti gama marsaritii daandii qilleensichaan galmaa’uufi tikeetii kutachuu kan danda’an ta’uu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaan dabarseen yaadachiiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.