Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Ambaasaaddaroota yeroo hojii isaanii xumuruun gara Ityoophiyaa deebi’aniif beekkamtii laatan

Finfinnee, Mudde 18, 2015 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ambaasaaddaroota yeroo hojii isaanii xumuruun gara Ityoophiyaa deebi’aniif beekkamtii laataniiru.

Obbo Dammaqaan Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa bakka bu’uun tajaajilaa turanii ergama isaanii xumuruun gara biyyaa deebi’aniif beekkamtii laataniiru.

Haaluma kanaa:-
1. Ambaasaaddar Suleemaan Daaddafoo
2. Ambaasaaddar Muluu Salamoon
3. Ambaasaaddar Alamaayyoo Taganuu
4. Ambaasaaddar Mallas Alem
5. Ambaasaaddar T ashoomaa Toogaa
6. Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaasee
7. Ambaasaaddar Abduulfattaahi Abdullaahii
8. Ambaasaaddar Zannabee Kabbaddaa
9. Ambaasaaddar Rattaa Alamuu
10. Ambaasaaddar Tizzitaa Mulugeetaa
11. Ambaasaaddar Weeyinisheet Taaddasee
12. Ambaasaaddar Heenok Taffarraa
13. Ambaasaaddar Hasan Taajuun ergama itti laatame ga’umsaan xumuruu isaaniif waraqaa beekkamtii laataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.