Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 682 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Mudde 18 , 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 682 har’a gara biyyaa deebi’aniiru.

Sadaasa 12, 2015 eegalee hanga ammaatti marsaa kanaan lammiileen kumni 18 fi 962 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.