Fana: At a Speed of Life!

Ministeerichi Mana Maree Paartii Siyaasaa fi Dhaabbilee Siiviikii Hawaasaa waliin mari’ate

Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa mata duree ‘’duudhaalee hawaasummaa fi Aadaa milkaa’ina marii biyyaaleessaaf” jedhuun Mana Maree Paartii Siyaasaa fi Dhaabbilee Siiviikii Hawaasaa waliin mari’ateera.

Marii kanarratti bakka buutoota Mana Maree Paartilee siyaasaa fi Dhaabbilee Siiviikii Hawaasaa dabalatee abbootiin amantaa fi jaarsoliin biyyaa argamuu ragaan Ministeera Nageenyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.