Fana: At a Speed of Life!

Raawwii Piroojektii hundeeffama naannoo Kibba Ityoophiyaafi kan duraa bifa haaraan gurmeessuu gamaaggamamaa jira

Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Raawwii Piroojektii hundeeffama naannoo Kibba Ityoophiyaafi kan duraa bifa haaraan gurmeessuu magaalaa Diillaatti gamaaggamamaa jiraachuu ibsame.

Waltajjicharratti Pireezidaantii naannoo Uummattoota Kibbaa obbo Ristuu Yirdaa, hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Uummattoota Kibbaa obbo Xilaahuun Kabbadaa, Hojii Gaggeessaa Olaanaa Waajjira Raawwii Piroojektichaa Obbo Kuttaayee Kuusiyaa, Miseensonni Koree Qindeessituu naannichaa akkasumas bulchitoonni godinaafi aanaalee addaa argamuu eerameera.

Karoorri baatii tokkoo waajjira piroojektichaa koree qindeessituun gamaaggamamaa jiraachuu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.