Fana: At a Speed of Life!

Baankiin  Ameerikaa Egziim Daandii Qilleensaa Ityoophiyaaf liqii Doolaara miiliyoona 281 eeyyame

Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Baankiin  Ameerikaa Egziim Daandii Qilleensaa Ityoophiyaaf liqii Doolaara miiliyoona 281 eeyyamuun ibsameera.

Maallaqichis xiyyaaraa haaraa Booyingi Maaks 737 bituuf kan ooluu ta’uu  eerameera.

Kana malees Ameerikaatti lammiilee kuma 1fi 600’f carraa hojii kan uumu ta’uu ragaan baankicharraa argame ni mul’isa.

Baankichi Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa dabalataan Ingiliziif liqii Doolaara miiliyoona 407 raggaasisuu beeksiseera.

Liqichi hariiroo baankichi biyyoota lameen waliin qabu kan cimsu ta’uu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.