Fana: At a Speed of Life!

Deeggarsa nyaataa meetirik toonii kuma 90 dabalatee deeggarsi garaagaraa gara naannoo Tigraayitti ergameera- DhMG

Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Deeggarsa nyaataa meetirik toonii kuma 90 dabalatee deeggarsi namoomaa garaagaraa gara naannoo Tigraayitti ergamuu Ityoophiyaatti Biiroon Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii beeksiseera.

Biirichi ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaan dabarseen, deeggarsa midhaan nyaataa meetirik toonii kuma 90 dabalatee deeggarsi garaagaraa kumni 8fi 600 gara naannichaatti ergamuu ibseera.

Dabalataanis boba’aan gara naannichaatti ergamaa jiraachuu biirichi beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.