Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota muummee barnootaa fayyaan barsiisaa ture 811 eebbisiise

Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Yuunivarsiitiin Wallaggaa guyyaa har’aa barattoota muummee barnoota fayyaa digrii jalqabaaf fi 2ffaan barsiisaa ture 811 eebbisiiseera.

Yuunivarsiitichi barattoota saayinsii fayyaa digrii jalqabaa 354 fi digirii 2ffaa 457 eebbisiiseera.

Galanaa Tasfaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.