Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Misoomaa kuduraa fi muduraa sulula laga Bilaattee daawwatan

Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Misoomaa kuduraa fi muduraa sulula laga bilaattee daawwataniiru.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasumma isaaniin akka ibsanitti, wayita misoomni kamuu hinturreetti sulula laga Bilaatteetti kuduraa fi muduraan garagaraa bishaan lafa jalaa fayyadamuun omishamaa turuu ibsan.

Kutannoo seektara dhuunfaan qonni abbootiin qabeenyaan misoomaa jiru dandeettii omishtummaa isaanii arguuf naannawicha daawwachuu ibsan.

Oomishtummaan naannawichaa walqooqqooduu irraa walta’uun bu’aa argamsiisuuf argisiistuudha jedhan.

Muuxannoon kun sadarkaa biyyaalessatti babal’achuu akka qabu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.