Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensicha tajaajila fe’umsa gogaa gosoota 4n badhaasaaf kaadhimame

Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa tajaajila meeshaalee fe’umsa gogaa gosoota 4’ badhaasaaf kaadhimamuu ibsame.

Daandiin qilleensicha tajaajila  meeshaalee  fe’umsaa gogaanii fi tajaajila loojistikiin badhaasa tajaajila fe’umsa meeshaalee gogaa Istaat Taayimsiif kadhimaamuu ibsameera.

Badhaasichi walakkeessa baatii Amajjii Afrikaa Kibbaa magaalaa Johaanisbargitti kan kennamu ta’uu ragaan daandii qilleensichaarraa argame ni mul’isa.

Daandiin qilleensaa tajaajila fe’umsaa si’ataafi nageenyummaan isaa eegame kennuu badhaasichaaf kan kaadhimamu ta’uu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.